Archive | November, 2015

International Press Freedom Awards:  Zone 9 Bloggers, Ethiopia

International Press Freedom Awards: Zone 9 Bloggers, Ethiopia

(CPJ) — In April 2014, Ethiopian authorities arrested six bloggers affiliated with the Zone 9 collective. The bloggers–Abel Wabella, Atnaf Berhane, Mahlet Fantahun, Natnail Feleke, Zelalem Kibret, and Befekadu Hailu–were charged with terrorism. The Zone 9 blogging collective was formed in May 2012 in response to the evisceration of the independent press and the narrowing […]

ChalaHailuBurqaaJaalalaa2012

GAYYAA TAATEE

Caalaa Hayiluu Karaa kee barreen gaddaa, Kan fardeen saddeet yaatuu Xurree kee kan baranaa, Kan harreen sagal baattuu Gaammee kee barasii, Qeerroo sarbaan gindilchaa Foollee kee saranaa, kunoo qimboo gangalchaa. Allaattiin gaara Roggee, Salaal gadi hin qaariituu, Ruumechii bara kanaa Quufeeraa ‘n tarkaanfatuu. Goolfa kee yaa goflolaa, Raqni baayyete jedhuu Gootaa koo yaa Guutamaa, gadheen […]

Qeerroo Godina Iluu Abbaa Booraa Magaalaa Mattuu Sadaasa 29, 2015

Qeerroo Godina Iluu Abbaa Booraa Magaalaa Mattuu Sadaasa 29, 2015

Irreessa Mattuu fi Sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo Gaafa Sadaasa 29, 2015 (Qeerroo) –Oromoon Kaabaa biyyattiitii dhiibamee as deebi’e gabaroon oromduroo wajjin yeroo ilmaan maccaa sirna lafa babal’ifannaan dhiha Oromiyaa,kaabaafi kibba dhiha biyyattiitti qajeelan Ayyaantuun Oromoo isaan eebbise,Nama Abbaa Gadaa Nagawoo jedhamuunis deemiitii “lafa ilmaan Oromoo keenyaaf mijaataa ta’e ilaali” jedheeni Abbaan Duulaa Sadoo(sirna?)Gadaas Dhidheessa cehee […]

FDG Eegale Tokkummaa  Ilmaan Oromoon Jabaatee Mootummaa Abbaa Irreetti Xumura Ni Taasisa!

FDG Eegale Tokkummaa  Ilmaan Oromoon Jabaatee Mootummaa Abbaa Irreetti Xumura Ni Taasisa!

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo (Qeerroo)–Uummatni Oromoo waanjoo garbummaa jalatti kufe jedhee guyyaan itti tole jedhee bule hin jiru. Hin jiraatus. Qabsoo Bilisummaa Uummata Oromoo gaggeeffamaa asiin gahe keessatti uummatni Oromoo waanjoo garbummaa of irraa buusuuf qabsoo hadhaawaa gaggeessaa tureera. Addatti Jaarmayaan Qeerroo Bilisummaa bara 2011 akka Jaarmayaatti erga of labsee asitti FDG mootummaa Wayyaanee hundeen […]

12311329_464682820383443_4687673575847079542_n

BBC decided to start broadcasting in Afaan Oromo

FB: Seenaa Abdissa Fulbaana 6, 2015 ibsa meediyaa addunyaawaa BBC World irraa ba’een Afriikaa dabalatee biyyoota kanneen akka Ruusiyaa fi Kooriyaa keessatti Afaanota garaa garaatiin tamsaasa jalqabuuf qophii gochaa akka jiru ibsuun isaa yaadannoo yeroo dhiyooti. Afaanotni BBC World irratti xiyyeeffates afaanota hojii mootummaa akka ta’an gabaasa Fulbaana 06 irratti ibseera. Ibsa dhimma kana irratti ba’een […]

qeerroo_support

Ibsa Dhabbaata Deeggarsa Qeerroo Idila Addunyaa (International Qeerroo Support Group)

Deeggarsa  Qeerroo Idila Addunyaa (International Qeerroo Support Group) P. O. Box 55244 Washington, DC 20040 USA Sadaasa 29, 2015 Akkuma beekamu dhaabbanni Deeggarsi Qeerroo Idila Addunyaa, dhabbaata bu’aaf hin hojjanne (nonprofit organization) yoo ta’u, erga hundaa’ee  woggaa tokko ta’eera. Kaayyoon hundeeffama dhaaba kanas falmii qeerroo Oromoo mirga namummaa, dinagdee fi siyyaasa uummanni Oromoo jaarra tokkoo fi […]

Birhanu Legese wins at the 2015 Airtel Delhi Half Marathon (organisers) © Copyright

Ethiopia’s Legese Clocks 59:20 to Win Delhi Half Marathon

(IAAF) — Ethiopia’s Birhanu Legese and Kenya’s Cynthia Limo came out on top after thrilling battles over the last kilometre for both the men’s and women’s titles at the 2015 Airtel Delhi Half Marathon on Sunday (29). After a leading pack of 10 runners went through 10km in 27:56, five men were still in contention […]

“HOGGANOOTA  QABSOO OROMOO,,,,”

“HOGGANOOTA  QABSOO OROMOO,,,,”

SEENAA  Y.G(2005)  kutaa  3ffaa Barruu kiyya har’aatti odoo hin ceenee, Qarree fi Qeerroon Oromoo, akkasumas, Ummati Oromoo Biyya keessaa, Mirga Abbaa Biyyummaa isaanii kabachisuuf, falmaa Gootummaa gaggeessaa jiranii fi wareegama kafalaa jiranitti kan boonnu, hanga lubbuun nu jirtuutti, isaan waliin dhaabbannee falmaa keenya bifa adda addaa kaa jabeessinu ta’uu mirkaneessaa, Fincillii har’aa borii jabaachaa fi […]

Oromo Women Welcoming: The birth of a baby of either gender is marked by a traditional women-only dance which welcomes the infant into the world.

The Oromo Concept of Reality or Dhugaa-Ganama

By Yoseph Mulugeta Baba (Ph.D.)* Part VII (Note: One has to read all my previous articles, to fully understand the current one!)  The pseudo-epistemological assumptions embedded in both the “ethnophilosophical” and “universalist” approaches have been challenged by the hermeneutical school. (Tsenay Serequeberhan 1994: Passim; 2000: Passim; Theophilus Okere 1983: Passim; Okonda Okolo, 1991: 201-210; Raphael […]

Picture_163

Yeroon kan Taa’anii xiinxala Itti Gaggeechanii Miti

Baareentuu Gadaa Irraa   Yeroon kessa jirru yeroo qabsoon hadhooftuun itti gaggeeffamaa jiruu dha. Qabsoon hidhannoo, FDG Oromiyaa keessatti finiinaa jiru baddaa gammajjiittii badaayiyyaa, magaalaatti diina wat-waachisaa jira. Ilmaan Oromoo gabrummaa jala jiraachuun ummata Oromoo akka hirriiba isaan dhorke kunoo Wayyaanee ummata Oromoo weeratee saamaa, hidhaa, ajjeesaa fi biyyaa baqachiisaa jirtu waliin kokkee walqabanii ajjeesanii […]

A woman walks past closed shops early in the morning while wearing a tee shirt that reads, "Welcome to Kenya Pope Francis" at the Kangemi slums on the outskirts of the capital Nairobi, November 27, 2015. REUTERS/Noor Khamis

Pope Francis condemns landgrabbing in Kenya, says it is ‘sin against God’

(the STAR) — Pope Francis has condemned ‘faceless private developers’ saying he is aware that they “even attempt to appropriate the playgrounds of your children’s schools”. “These are wounds inflicted by minorities who cling to power and wealth”, he said, noting God gave the earth for the sustenance of all humans, without exclusion or favouritism. […]

ogaden

Northwestern Somalia (Somaliland) arrests a dozen of women and Children from Ogaden region

By Ahmed Abdi The pro-Ethiopian  administration established in Hargeisa arrested at least 11 civilians from Ogaden region. All of them are women and children including an infant, Ogaden News Agency (ONA) reported on Saturday. ” On 26 November 2015, Somaliland administration arrested and detained a dozen of innocent women and children including an infant. Four […]

addis-Ababa-715x1024

የሕወሓት አስተዳደር አዲስ አበባን “እናሰፋለን” በሚል ሰበብ የሚሰራው ሸፍጥ ተጋለጠ (ምስጢራዊውን ደብዳቤው ይዘናል)

(ዘ-ሐበሻ) በኦሮሚያ ክልል የተለያዩ ከተሞች ከባለፈው ዓመት ጀምሮ ሕዝቡ ሕወሓት የሚመራው መንግስት ያዘጋጀው የአዲስ አበባ ማስተር ፕላንን በመቃወም አደባባይ በመውጣቱ ለበርካቶች ሕይወት መጥፋት እና ለበርካቶች መቁሰል ምክንያት እንደነበር ይታወሳል:: እነዚህ ለተቃውሞ አደባባይ የወጡ የሃገራችን ፍሬዎች ምክንያታቸው በአዲስ አበባን የማስፋፋት ምክንያት ምስኪን ገበሬዎችን በማፈናቀል መሬታቸውን ለባለሃብቶች ለመሸጥ ነው የሚል ነው:: ሕወሓት የሚመራው መንግስት “በልማት” ስም የተለያዩ […]

ulfo

Karoora Sonaawaa akka Sabaatti Oromiyaa Bilisoomsuf Qindaaweetu, Akeeka fi imaammata ‘Mastar Pilaanii TPLF/Finfinnee’ fashalsa

Sadaasa 13, 2015 Rakkoon har’a Finfinnee harkaa qabu, jaarama impaayara Itoopiyaa calqaba Minilik akeeke waliin hidhannoo qaba. Hundeen yookiin maddi rakkoo kanaa  haala bilchaatadhaan yoo hubatamuu baate, carraaqiin rakkoo ‘Mastar Plaanii Finfinnee’ faluudhaaf godhamu, dadhabbii qofaa nama jalaa ta’a. Balaan sagantaa diinaa kan Finfinnee irratti si’ana agaamamee jiru kanumaa guutuu Oromiyaa rooraasaa jiru. Rakkoon Finfinnee […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions