Archive | February, 2016

[must watch ] Ethiopia #OromoProtests Bilisummaan Qawween dhuftii Jedhan!

Bilisummaan Qawween dhuftii Jedhan! Vidiyoon kun bara 1995moota keessatti waraabame. Kan itti waraabames biyya Somaaliyaa magaala Moqdishoo natti fakkaata. Vidiyoo kana keessatti Goota Oromoo kanneen akka Waaqoo Guutuu fi Adam Jiloo keessattii argama. Yaada jeneraal Waaqo Guutuu bara sana ummata Oromoo dabarse ilaala! Wantii isaan bara sana dubbatan ammas bara kanattii raawwatama jira. Nutii Oromootni […]

olf

Ibsa Walgahii Gumii Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo

Gumiin Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo haala Dhaaba ABO fi waliigala Qabsoo Bilisummaa Oromoo yeroo ammaa irratti kan xiyyeeffate walgahii hatattamaa Gurraandhala 27, 2016 gaggeeffatee milkiidhaan xumuratee jira. Walgahii kana irrattis dhimmotni fardiin adda addaa dhihaatanii irratti mari’atamuudhaan tarkaanfiileen fudhatamuu qabanis qajeelfamanii jiru. Akka kanaanis: Haala Ummata Oromoo kan yeroo ammaa ilaalchisee Itti-fufa Qabsoo Diddaa Gabrummaa […]

12802946_1007967732631376_8999688591986004886_n

“URGOOYTE HABAABOON…”

Saphaloo Kadiir Urgooyte habaaboon ililliin bilisummaa, Urgooytuu mi’eessituun mi’aa dammaa, Urgaa foolii isii funyaan koo irra na ba’ee, Halluu isii magariisaafi diimaan walaq ja’ee, Isa durii dur qalbii too keessa daddeebi’u Waaniin ijoollummaa kootti seenaa dhaga’u, Qabatamaan arke qeeyroo kanniisaatu ba’ee, Damma tolchuuf hunduu gaaguraa gad yaa’ee, ‘Siph’ na goote urgaan foolii isiitiin dhaga’ee, Xiixee […]

12799253_1286312054728608_5745422685581467601_n

#OromoProtests – Mass Protests, February 29, 2016

‪#‎OromoProtests‬ Guyyaa har’aa Gurraandhala 29,2016 Godina Harargee Lixaa Aanaa Daroo Labuutif Yero amma Waranni Agaazii konkolaataan baay’een humna agaziitin weerarmate jirti tanafu iff egannoo cimma akka gootan #OromoProtests Guyyaa har’aa Gurraandhala 29/2016 fincilli xumura gabrummaa jabaatee itti fufaa jira goodina booranaa magaalaa meeggaatti qeeyroon booranaa dhaadannoo warraaqsaatiin lafa sossoosaa jiran.. Breaking: Agazi’s are firing at […]

addis taxi

#OromoProtests – Speech at Australian Federal Parliament

‪#‎OromoProtests‬- (29.02.2016, ‪#‎MilitaryWithdrawing‬, Oromia) The Ethiopian regime is withdrawing the army from Somalia and redploying internally. This picture was taken 30 minutes ago in Dagahabur, Somali region. The photographer witnessed tens of trucks passing through. Some of the soldiers disembarked to buy cigaret and confirmed to him that they are returning from Somalia and heading […]

12705768_10207626724697898_8143040230607385787_n

የምእራብ ኣርሲውን የህዝብ ተቃውሞ ከተቀረው የኦሮምያ ኣካባቢ ለይቶ ለማሳየትና ለማስፈራራት የተፈለገው የገዛ የስርኣቱ ታጣቂ ኣካል ኣፈሙዙን ኣዙሮ የኣጋዚን ጥጋብ በማስተንፈሱ ብቻ ነው

ከ ቦሩ በራቃ ኣራተኛ ወሩን የያዘውን የሰፊውን የኦሮሞ ህዝብ ኣልገዛም ባይነት ንቅናቄ እንደለመደው ኣፍኖ ማስቀረት ያቃተው ህወሃት ወያኔ ለንቅናቄው የተለያዩ ስሞችን እየሰጠ ለማናናቅ የሚያደርገውን ጥረት ቀጥሏል። በተለይም ህዝባዊ ቁጣው በሃይል በገነፈለባቸው ኣካባቢዎች የተለመደው የስርኣቱ ያረጀና ያሰለቸ ዉንጀላ ተደጋግሞ ይታያል። ህዝብ ለሚጠይቃቸው ቀጥተኛ የፖለቲካና የኢኮኖሚ ጥያቄዎች ቀጥተኛ ምላሽ መስጠት የማይፈልገው ኣምባገነኑ ቡድን የህዝብን ጥያቄ የጥቂት ወገኖች […]

landscape-around-dube-bute-in-the-oromia-region

Yaa firaa mee waan kana ilaalaa tii akka ta’e godhaa

Tulluu Caalii YAADACHIISA: – Abbootiin qabeenyaa Oromoo gaaffii tokko malee (by default) deggertoota qabsoo bilisummaa fi dimokraasii saba Oromoo ti. Qabsoon bilisummaa Oromoos alagaa biyya Oromoo humnaan qabatee saamaa fi hacuucaa jiru irratti xiyyeeffata malee abbootii qabeenyaa Oromoo hin diineffatu. Dureeyyiin Oromoo alagaan biyya isaanii Oromiyaa humnaan qabatee lafaa fi lafee Oromoo qorqaa jiraachuun isaan […]

10322725_1696948493894767_5176954099057085607_n

#OromoProtests – Mass Protests, February 28, 2016

‪#‎Oromoprotests‬ ‪#‎StopGenocide‬ ‪#‎WarraaqsiOromohaajiraatu‬‪#‎TPLFoutofOromia‬ Hardha warraaqsi roga Oromiyaa mara keessatti qabsiisame Jimmaa fi Agaaro, akkasumattis hanga Gommaatti Karaan ykn daandiin cufamuu isaa mirkanaawwe jira. Karaan kuni dabalata karaa Jimmaa fi Iluubaaboora wal quunnamsiisuus waan ta’eef Jimmaa fi Iluubaaboora gidduus cufamee jira. Karaan kan cufame toftaa hedduutti dhimma bahuu fi konkoolaataa gurguddaanis dabalata ta’uu isaa jiraattootni naannoo […]

qeerroo

Waamicha Hatattamaa Hawaasa Oromoo Biyya Alaa fi Oromiyaa Keessa Jiraataniif

Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa YEROO AMMAA KANA WAYYAANEE TPLF UUMMATA OROMOO IRRATTI  WARAANA BANEE JIRA, KANAAF:- Waanjoo Gabrummaa Waggaa 130 ol Uummanni Oromoo baate haalaan uulfaataa ta’aa dhufuu irraa yeroo ammaa kanatti cunqursaa hadhaawaa if-irraa darbuuf sabni Oromoo alaa keessaa wal gurmeessuun mootummaa abbaa irree Wayyaanee dura dhaabbachuun mirga abbaa biyyummaa fi eenyummaa falmachaa jira. […]

Girls collect water at a donor-funded well to take home by donkey.

Ethiopia’s new drought

Aid agencies have warned that the country’s gains in food security, education and health are in jeopardy. As another crisis hits, Ethiopia could also suffer from donor fatigue James Jeffrey In Ethiopia (Irish Times) — In a health clinic run by the Catholic Daughters of Saint Anne in the arid north Ethiopian region of Tigray, […]

Tirunesh Dibaba

KENYANS HAVE OROMOS, TOO

By Gishinga Njoroge Nairobi, Kenya (Standard) — If the Oromo of Kenya, who are larger in number than the Elgeyo Marakwet, could up their game in sport, the Kenya-Ethiopia long distance rivalry would be a ‘no-contest’ in favour of Kenya… It is startling when you hear that the Oromo people of Ethiopia want to secede; […]

borna

#OromoProtests – Mass Protests, February 27, 2016

‪‪#‎OromoProtests‬ akkuma kaleessa galgala ibsame Jeneraalonni waraanaa Wayyaanee Oromiyaa ifatti beeksisee Oromiyaa bulchutti seenee jira. Kun tarii waan nama naasisu ta’uu mala. Garuu tarkaanfiin kun waanuma eeggamaa tureefi bu’aa tarsiimoon qabsoo Oromoo fidde ta’uu hubachuu feesisa. Ummanni keenya Oromiyaa kittillayyoota harkaa waan baafateef, Wayyaaneen ifatti as baatee Oromoo humna waraanaatin bulchuuf dirqamtee jirti. Kun ammoo […]

struggle

Humnaa fi Kijibni Furmaata Rakkoo Siyaasaa hin Tahu

SBO Haalli Oromiyaa yeroo ammaa, duula jaarraa 19ffaa ummata Oromoo fi Oromiyaa irratti gaggeessameen wal fakkaata. Duulli jaarraa 19ffaa, ummata Oromoo waan hunda dhabsiise. Akeekaa fi kaayyoon humnaan jaarraa 19ffaa keessa raggaafame ummata Oromoo biyyaa fi qabeenya dhabsiise. Of lagatuun eenyummaa alagaa akka maxxanfatuuf dirqee, Oromummaa daandii dhabamaa qabsiise. Aadaa isaa boonsaa fi sirna bulchiinsaa […]

OMN: Oromia is under Martial Law as of February 26, 2016

Breaking News: Oromia is under Martial Law as of February 26, 2016

The military has officially taken over Oromia Today high ranking military, intelligence and federal police officers held emergency security meeting with President of Oromia, Muktar Kedir, at his office located in Addis Ababa. The meeting was chaired by General Asefa Abiyu,Commissioner of Federal Police and Muktar Kedir, President of Oromia. In attendance were mostly military […]

gadaa

Announcing Resolutions of the Union of the Oromo Gadaa Councils

From: The Union of the Oromo Gadaa Councils Re: Announcing Resolutions of the Union of the Oromo Gadaa Councils Date: February 24, 2016 The Union of the Oromo Gadaa Councils, Alarmed by of the recent disturbances in the Oromia Regional State, Cognizant of the need to find solutions to the causes of the disturbances, Deeply […]

london

Hiriira Mormii Oromiyaa Irratti Himata Mootummaa Itoophiyaatii fi Deebii ABO

Mormiiwwaan master pilaanidhan walqabatanii ta’aa turan karaa nagahaa fi naamusaan haa turu malee, dhiheenya kana garuu bifa jijjiirrachaa dhufe jedhani, mormii Arsii Lixaatti akka fakkeenyaatti fudhatanii ,“Waan Arsii Lixaatti ta’e duuba han jiru yakkamtooa hamtuu ta’an, qehee dha qeeheetti deemuudhaan lubbuu namootaa balleessan,qabeenya namoota fi mootumma mancaasani.Kana birahuu darbanii manoota amantii han akka waldaa kiristaanaa […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions