Archive | March, 2016

942280_10153575062297825_6196803903271272137_n

#OromoProtests – March 31, 2016

የወያኔ የደህንነት ተቋም በመረጃ ድርቅ ተመታ:: ዳግም ግምገማ ሊገባ ነው:: ‪#‎Ethiopia‬ ‪#‎EthiopianSecurity‬ ‪#‎EPRDF‬ ‪#‎OromoProtests‬ ‪#‎Miniliksalsawi‬ Minilik Salsawi (ምንሊክ ሳልሳዊ) – ለደህንነት ተቋም ቢሮ ቅርብ የሆኑ ምንጮች የኦሮሚያ ክልል የሕዝብ ተቃውሞ ከፈነዳ በኋላ ባሉት ጊዜያት በመላው ሃገሪቱ እንደ ውሃ ይፈስ የነበረው የመረጃ አገልግሎች በ75 በመቶ መቀነሱን እና ሕዝቡ ለሕወሓት የደህንነት ሃይሎች እና ለጸጉረ ልውጦች ያለው ማግለል […]

Dr. Tsaggaayee Araarsaa

Aangawoota Oromiyaa 300 Irratti Tarkaanfiin Fudhatame Gaaffii Oromoof Ka Deebii Kennu Miti, Jedha Xiinxalaan Seeraa

(VOA Afaan Oromoo) — Mootummaa naannoo Oromiyaa keessatti — Gubbaa irraa jalqabee hanga gadiitti gamaaggama hoogganopotaa marsaa duraa geggeessameen – angawoonni 300 ta’an bakka isaanii irraa kaafamuu, kaan itti gaafatamummaa irraa gad-buufamuu fi haala adda addaatiin ka murtiitti dhiyaatan tahuu – Itti-aanaa Prezidaantiin Oromiyaa – Obbo Isheetuu Deessee Miidiyaa yokaan Sabaa-himaa biyya keessaaf ibsa kennuu […]

Egypt-Israel-War-750x400

The Coming War: Egypt, Ethiopia, and the Nile

By Malcolm Dash Israel (Israel Rising) — When Egypt’s then-president Mohamed Morsi said in June 2013 that “all options” including military intervention, were on the table if Ethiopia continued to develop dams on the Nile River, many dismissed it as posturing. But experts claim Cairo is deadly serious about defending its historic water allotment, and […]

Itti aanaa ministera haajaa alaa USA,Tom Malinowski (VOA photo - N. Ching).

Mootummaan Itiyoopiyaa Waa’ee Gaaffii Oromoo Tarkaanfii Mul’ata akka Fudhatu Irraa Eegna: Itti aanaa Ministera Ameerikaa

FINFINNEE (VOA Afaan Oromoo) — Iyyannaan Uummata Oromoo dhuga-qabeessa ta’uu isaa kan amane – mootummaan Itiyoopiyaa itti aansuudhaan, sochii hojiin mul’atu gochuun akka irraa eegamu Yunaayitid Isteets beeksistee jirti. Ministrii Dhimma-alaa Ameerikaatti itti-aanaa ministeerri dhimmoota Dimokraasii, Mirga Namoomaa fi Hojii Tom Malinowski kanaa fi dhimmoota ka biroo irratti angawoota Itiyoopiyaa waliin mari’atanii jiru. Rakkoon uummataa hanga […]

#OromoProtests Oromo Youth (not TPLF) can ensure the freedom of Bekele Gerba & other political prisoners in Ethiopia

Ethiopia protesters: No, we don’t have self-rule in Oromia state

By Ludovica Iaccino UK (IBTimes) — Protesters and activists in Oromia, Ethiopia’s largest state, have denied they have self-rule in the region, contrary to a governement’ statement given to IBTimes UK. Abiy Berhane, minister counsellor at the Ethiopian Embassy in London said earlier in March people already rule themselves in Oromia, they use Oromo as […]

12809738_995597720529828_5227975854603244876_n

#OromoProtests – March 30, 2016

SBO March 30, 2016 ‪#‎oromoprotests‬ Godina Lixa Shaggar Gindeberet Magalaa Kaachis Keessaa Irreen Uummata Oromoo Waraana Wayyaanee Injifachaa Jira. Magaala Kachisii keessatti guyya fi halkan waarani Waayanee diddaa uummata irraa itti ka’aa jiru dura dhaabbachuu dadhabuun humna dabalataa adda addaa gara aanaa kanaatti guru iyyuu irree uummataa mohachuu waan hin dandeenyeef cinqama guddaa keessa akka […]

oromiaatcrossroad

Oromia at the Crossroads

Qeerroo Led Revolution: Bloody, but Unbowed by Albasa Dagaga ,  March 30, 2016 Qeerroo and TPLF are at loggerheads. On the one hand, the TPLF is doing everything imaginable to suppress Oromo national uprising including the use brute force. On the other hand, Qeerroo is challenging the status quo conquering fear and willing to pay […]

world_bank

Opinion: World Bank Reinvents Tainted Aid Program for Ethiopia

By Elizabeth Fraser Elizabeth Fraser is a Policy Analyst at the Oakland Institute. OAKLAND, Mar 29 2016 (IPS) – I was taught that responsibility means admitting your mistakes and being accountable when you make a mistake. I still believe this to be true for individuals and institutions. So when a powerful group like the World […]

orom

Godinaa Guujii Keessatti Namoonni Hedduun Hidhaman Jedhu Jiraattonni

WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godinaa Guujii Aanaa Gooroo Doolaa keessatti, mormii barattootaa fi uummataa geggeessamaa ture irraa kan ka’e – namoonni digdamaa ol, mana hidhaa aanichaa keessaa fuudhamanii bakka biraatti geessamuu fi kanneen biroon akka wabiin gad-lakkisaman manni-murtii aanaa murteesse haga ammaa gad-lakkisamuu – jiraattonni aanichaa, Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiran. Akka jiraattonni […]

Itti aanaa ministera haajaa alaa USA,Tom Malinowski (VOA photo - N. Ching).

Itti Aanaan Ministera Haajaa Alaa Amerikaa Imaltuuf Afrikaa Jiraa Itoophiyaatti Goree Bulchootaan Wal Mari’ate

WASHINTON,DC (VOA Afaan Oromoo) — Tom Malinowiskii,ittti aanaan ministera haajaa alaa damee demkiraasii,mirga namaa fi hujii imatluu Afirkaa dhaqeef hardha Itoophiyaa jiraa,ministera odeeffannoo obboo Geetaachoo Reddaatii fi bulchoota akka akkaatiin wal mari’ate. Akka odeeffannoo Ministerii Haajaa Alaa US irraa arganenetti mariin tun ta pirezidaanti Obaamaan ganna dabre muummee ministera Itoopbhiyaa,obboo Hayilee Maariyaam Dessaalenyi waliin diidessinee […]

1934686_994269783995955_4916798147517298246_n

#OromoProtests – March 29, 2016

Eyyee kanuma keenya nuuf wayya galatoomaa. Isiniin boonn‪ #‎Oromoprotests‬, Mana barnoota Sadarkaa 1ffaa Magaalaa Awwadaay hiriira mormii guyaa arraa ,bitootessa 29 bara 2016 godhaa oole. ====. =============== #. #Oromoprotests, the Awaday elementary school protested the ongoing crimes against humanity and enforced disappearance of thousands of Oromo today on march 29 of 2016 OromoProtests 29/3/2016 hiriira […]

Video: Anger among Ethiopia’s Oromo minority boils over

Video: Anger among Ethiopia’s Oromo majority boils over

(France 24 TV) — In recent months, Ethiopia has seen its worst unrest in a decade. Members of Ethiopia’s Oromo ethnic group, which feels left out of the country’s booming economy, have taken to the streets in protest. Protesters are calling for equal rights and an end to what they call corruption, land grabs and […]

12494721_994168527339414_3893069574497178989_n

INJIFANNOON KAN UMMATA OROMOOTI

Egypt, Cairo Hirira idil adduunya magaala egypt cairo keessatti baqattoonni oromoo as jiranu gaaffi mirgaa dhaabbata UNCHR gaafachuu kuno guyyaa 3ffaan isaani har’a dhumee oolee jira.baqatoonnii biyya masira magaala egypt cairo keessaa jajjabina qabanuun yeroo ammaa kanas dammaqinaan haala ho’a ta.en sagalee isaani dhageesisaa jiran. Wanti immo baayye qabsoo irraatti illee nama jabeessu haadhoolin ilmaan […]

12512330_598853910272728_733585879863595927_n

IOM Evacuates Ethiopian Migrants from War-Torn Yemen

Ethiopia (Reliefweb) – IOM has evacuated 485 vulnerable Ethiopian migrants – 122 women, 261 men, 101 unaccompanied minors and one child- from war-torn Yemen since 19th March 2016. The voluntary repatriations, in close cooperation with the governments of Yemen, Djibouti, Ethiopia and Saudi Arabia, as well as IOM missions in the region, followed IOM’s earlier […]

setting_goal

NAMNI EJJANNOO QABU, QILLEENSA YEROON HIN RAAFAMU !!!

SEENAA  Y.G(2005) Ilmaan Oromoo  gadi-jabeessanii hubachuu kan qaban, wayyaaneen, wareegama ulfaataa kafalaa jirru ilaaltee, akka garaa  nu laaftuu ykn marii karaa nagaa jedhamutti harkisuuf ykn  hawaasi  addunyaas, haala kana nu hubattee, harka akka  nu irra qabdu ykn wayyaanee irratti dhiibbaa akka taasiftuuf qofaa akka hin taaneedha. Qabsoon keenya sadarkaa kana irra dabreera. Wareegamni haalaan qaalii […]

PowerPoint Presentation

HINHAFIINAA

Dhimmoota Waraqaa qorannoo waa’ee fincila xumuraa Oromoon itti jiru ilaallatu gidduu kana biyya Amerikaa Yunivarsiitii Harvard’ tti dhihaataniif gaaffilee dargaggoonni lama waliin taasisan armaan gadii kana gadi fageenyaan dubbisuun dhaamsa darbu mara hojiirra oolchaa. Dargaggoonni gaaffiifi deebii waliif dhiheessan kun lammeen tokko Oromiyaa jira; inni biraan ammaaf gara Amarikaa kana jiraata!. Maqaan nama jaqlabaa nageenyaasaaf […]

LandGrabDignity2009

Ethiopia body suspends farm lease programme

By Reuters (Standard Digital) – An Ethiopian state body that has been involved in leasing tracts of land for commercial farming has suspended the issuance of new licences until it completes a review because of scant progress in developing areas leased so far, an official said. The Horn of Africa country in 2011 allocated 3.6 […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions