Archive | April, 2016

Oromo Voice Radio, April 30 and Simbertuu

Oromo Voice Radio, April 30 and Simbertuu

Oromo Voice Radio, April 30, 2016 Oduu fi Qophii Kaayyoo Simbirtuu, Ebla 28, 2016 Simbirtuu: Oduu , qophii ADDAA fi IMALAA. Waa’ee Oromoota galaana Meditraaniyaa keessatti dhumaniifi FXG irratti keessummootni 5 waan beekan waa jedhaniiru.

Continue Reading 1
gaaffii-fi-deebii-ajajaa-wbo-zoo

SBO, Caamsaa 1, 2016: WBOn Loltoota Diinaa 87 ajjeese 37 madoo taasise

(oromia press) — Irree fi Gaachanni Ummata Oromoo Waraanni Bilisummaa Oromoo Godina Kibba-Bahaa Tarkaanfii Waraana Wayyaanee Irratti Fudhateen Loltoota Diinaa 87 ol Hojiin Ala Taasisee, Meeshaalee Waraanaa Adda Addaa hedduu Booji’uudhaan Injifannoo Cululuqaa Galmeesse. Gootichi Humna Addaa WBO Godina Kibba-Bahaa, Oromiyaa Godina Baalee Ona Eelkarree bakkoota adda addaatti haleellaa Bitootessa 24 fi 28 bara 2016 […]

Continue Reading 1
13133220_1058502887521958_1279234519751005298_n

Seenaa Goota kana beektu lataa? Seenaa Gabaabaa Gooticha Oromoo Abdataa Olaansaa Iddeessaa

Abdataa Olaansaa Abbaa isaa obboo Olaansaa Iddeessaa fi Haadha isaa Aaddee Fedhashii_Hirkoo irraa Aanaa Amboo ganda qonnaan bulaa xulee bakka addaa hindhee jedhamuun Beekamutti Ilmaan Torban Kuttaayyee kèessaa balbala hangaafa ta’e warra Galaan irraa 1989 A.I.A ttti dhalate. Abdataan Gaafa dhalatee of beeku wanti inni dhagahe Ulfa inni ittiin lubbuu isaa wareege, garaa, sammuu fi […]

Continue Reading 0
Faayilii: Donaald Traamp (Paartii Ripublikaanii irraa) fi Hilllary Kilinton (Paartii dimookiraatotaa irraa), Bitooteessa 1, 2016

Kaadhimamtoonni Prezidaantummaa Ameerikaa Itti-aanuuf Dorgomaa Jiran Waa’ee Afrikaa Maal Jedhu?

WASHINGTON, DC  (VOA Afaan Oromoo) — Paartii Ripublikaanii irraa ka dorgomaa jiran – Donaald Traamp, filannoo kaadhimummaa ka Praaymarii jedhamu, kaleessa kutaalee shan keessatti geggeessame guutummaatti injifachuun, deggersa bakka-bu’oota isaanii 172-maa dhuunfachuun gara Paartii Ripublikaaniin kaadhimamuutti dhihaataa jiru. Amma, akka kaadhimamaa prezidaantummaa paartii Ripublikaaniitti akka of ilaalan ka dubbatan – Donaald Traamp, “Teed Kiruuz fi Joon […]

Continue Reading 0
2000px-Seal_of_the_United_States_Department_of_State.svg

U.S. Department of State: On Ethiopia’s Charges of Terrorism Against Political Leaders

Press Statement John Kirby Assistant Secretary and Department Spokesperson, Bureau of Public Affairs Washington, DC April 29, 2016 (State Department) — The United States is deeply concerned by the Government of Ethiopia’s recent decision to file terrorism charges against Oromo Federalist Congress (OFC) First Vice-Chairman Bekele Gerba and others in the Oromia region who were […]

Continue Reading 5
ap_424936914686-spip-ac6b0

Defying Censorship, Hunger Stories Emerge from Ethiopia

by Christabel Ligami (Equal Times) — During my recent visit to Addis Ababa, one thing caught my eyes: the increased number of people on the streets begging for food and money. This is not the same Ethiopian capital I visited last year. It is very different due to a severe drought, and the government is […]

Continue Reading 0
13010651_860842024061903_7154573325600453420_n

Wayyaaneen Ergamtoota Bobbaafte!

Baarentuu Gadaa Irraa Dhugaadhaaf, bilisummaaf, wal qixxummaa fi mirga abbaa biyyummaa ofitiif dhaabbannaan hidhaman ni hiikkatu, madaahan ni fayyu, du’anis ni galu. Dhugaan injifataadha. Inni dhugaa qabatee qabsaawe, inni walqixxummaaf wareegame, inni mirga abbaa biyyummaaf dararame yoomiyyuu taanaan kufee hin hafu. Ummanni Oromoo dhugaaf dhaabbate; walqixummaaf qabsaawaa jira; mirga abbaa biyyummaa isaaf wareegamaa ture, wareegamaas jira. Ummati […]

Continue Reading 1
IMG_0276

Ethiopian Prosecutors Charge Oromo Opposition Leaders under Anti-Terrorism Proclamation

OFC-ISG Press Release No. 4  |   April 27, 2016 On April 22, 2016, federal Ethiopian prosecutors charged 22 individuals, including Mr. Bekele Gerba, First Secretary-General of the Oromo Federalist Congress (OFC) with violations of various articles of Ethiopia’s notorious Anti-Terrorism Proclamation (ATP). The charges include – but are not limited to – alleged communication with […]

Continue Reading 5
Amy-Klobuchar-jpg

Klobuchar, Franken Condemn Ethiopia’s Lethal Violence Against Protesters

For Immediate Release: April 27, 2016 Contact: Colin Milligan (Klobuchar), 202-228-6317 Michael Dale-Stein (Franken), 202-224-2916 The bipartisan resolution calls for the Secretary of State to conduct a review of U.S. security assistance to Ethiopia in light of allegations that Ethiopian security forces have killed civilians;it also calls upon the government of Ethiopia to halt violent […]

Continue Reading 0
13103294_10153635734577825_411547797033834494_n

#OromoProtests, April 28, 2016

Ebla 28, 2016 ykn 20/08/2008 ALH SALAALEE, YAAYYAA GULALEE ‪#‎FXG‬ aanaa Yaayyaa Gulallee ti wal qabatee adeemaa jiru itti fufee hardha gannama sa’aa 1.30 irraa kaasee ummatni mormii isaa itti fufuun ijoollee isaa kan hidhaman akka gadii lakkifamanii fi ajjeechaa ilmaan Oromoo irratti roga Oromiyaa mara keessatti gaggeeffamu akka dhaabatuu fi waraanni mootummaa TPLF Oromiyaa […]

Continue Reading 1
fti

Ethiopia hands dissident 9-year jail term

(Financial Times) — An Ethiopian court has handed down a nine-year jail sentence to a leading dissident from the restive region where the government has leased vast tracts of land to foreign investors. Okello Akway Ochalla had been in exile for a decade when he was seized by South Sudanese security agents in a hotel […]

Continue Reading 0
cnn_ireport

Ethiopian Security Forces Open Fire on Students

(CNN iReport) — There has been widespread protest by Oromo students in universities in Ethiopia against unpopular ‘Addis Ababa-Finfinnee surrounding integrated master plan’. Oromo students in Haromaya, Jimma, Ambo and Wollega universities held protests. Although officials in Oromia state and Addis Ababa city administration insist the plan only intends to develop Addis Ababa and its […]

Continue Reading 8
13061964_1336916263001520_3608523506902148926_n

#OromoProtest Daily, April 26, 2016

Sad News Jaal Margaa Dabaloo to’annaa Wayyaanee jalatti kufuun dhaga’ame! Obbo Margaa Dabaloo Godina Wallaggaa Bahaa Aanota Giddaa waliigala (Giddaa Ayyaanaa,Kiiramuu,Eebantuuu,Galiilaa fi Haroo Limmuu) gidduu socho’uun waggoota 18ttan darban oliif mootummaa Wayyaanee wajjin wal’aansoo jabaa geggeessaa kan ture biyya keessaa harka wayyaaneetiin to’atamuun dhaga’ame Obbo Margaa Dabaloon ilma isaanii ilaalcha sabboonummaa keessatti Guddisan dargaggoo Darajjee […]

Continue Reading 1
20151027635815540899709895omar

Ilhan Omar denounces crimes against humanity being committed in Ethiopia

State Representative 60-B FOR IMMEDIATE RELEASE Contact: Jean Heyer (612) 701-3874 / heyerjeanmarie@gmail.com Web: www.ilhanomar.com April 25, 2016 – Ilhan Omar strongly condemns the brutal crackdown on innocent unarmed peaceful protestors during the previous and current Oromo Protests. “I stand with the Oromo struggle for freedom, justice and democracy in Ethiopia,” said Omar. “I urge the United […]

Continue Reading 3

Designed and Developed by NextGen IT Solutions