Archive | June, 2016

13590293_605965099571230_7554675360858403259_n

#OromoProtests, June 30, 2016 (updated)

‪#‎oromoprotests‬ waxabajjii 30 Bara 2016) Oduu Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Aallee Diiduu irraa nu gaheen, Baratootin mana Barumsa Oongaa Gaafii Mirga Abbaa Biyyummaa kaasuu jaraatiin wal qabatee baratootin 30 humna Poolisa Federalaa tiin gara mana hidhaati magaalaa Goreeti guuramuun beekame.hidhamtoota kana irratti tarkaanfii jabaa fudhachuu irratti marii poolisoota Oromiyaa fi Federaalaa gidduuti ta’een wal […]

gadaa31

Gada Theory and practices

Part Three: By Geremew Nigatu Kassa, M.A/Phil. in Gada institution, political process and system of conflict resolution. Oslo, Norway. This article is a continuation of the the first and the second parts of Gada theory and practices which I privously posted on different websites. 1.8). The institutional structure of Gada System and its Composition The […]

amnesty_usa

Allow Ethiopian opposition politician to obtain treatment abroad for torture-sustained injuries

(Amnesty International) — The Ethiopian authorities must allow an opposition politician who is now unconscious due to injuries sustained in torture and other ill-treatment to obtain life-saving medical treatment abroad, said Amnesty International in a letter to Ethiopian Prime Minister Hailemariam Desalegn. Habtamu Ayalew, the former spokesman for the opposition Andenet (Unity) party was arrested […]

migrants-evicted-paris-high-school

France deported dozens of migrants to high-risk countries in violation of international law

‘These migrants have probably suffered inhuman treatment upon arrival,’ human-rights groups have warned. By Elsa Buchanan (IBTimes) — In 2015, France expelled or deported more than 10,500 migrants from its territory, including peopleseeking asylum from poverty or war that were eligible for refugee status, in a violation of international laws and conventions. As the migrant […]

In Ethiopia silent genocide /ethnic cleansing Discrimination .By TPLF

Ijoo Dubbii – ABO: Akeeldaamaa, Draamaa Wayyaanee Haaraa

Ummatni Oromoo mirga irraa hir’ate beekee mirga abbaa biyyummaa fi bilisummaa isaa gonfatuuf falmaa irra jira. Falmaa kana keessatti  ajjeechaa, hidhaa fi midhaaleen adda addaa irratti raawwatamu dachaan dabalullee harka  kennachiisuu hin dandeenye. Harqoota gabrummaa jalatti bara baraan dhiitamaa jiraatuu irra bilisummaaf qabsaawaa wareegamuu filatee bilisummaa isaaf guyyuu wareegama baasaa jira.  Qabsoon bilisummaa itti jiru […]

Tahunia Rubel. Credit: Patrick Lindblom / Sleek MakeUP

Israel Is a Racist Country. Take It From Me, an Ethiopian Israeli

By Revital Iyov, Haaretz Contributor Formal equal rights aren’t enough. Equality must be seen on the ground, but on social media we still get ‘Go back to Ethiopia.’ (Haaretz) — “Israel is one of the most racist countries in the world,” said Tahunia Rubel, an Ethiopian-born Israeli model and actress. The remarks by Rubel, who […]

gl1

Drought in Ethiopia: ‘Life is very difficult…I have lost everything’

By Ciara Jordan (Independent) — The unforgiving effect of El Nino has resulted in over 10.2 million people in Ethiopia in need of food aid. The country is experiencing the worst drought in three decades. Those who were already vulnerable before the climate change phenomenon are the worst affected. When crops failed last year, only […]

Wal-dhibdee Waa’ee Ijaarsa Manneen Jireenyaa Irraa Jiraattotaa fi Humnoota Mootummaa Gidduutti Walitti-bu’insa Uumameen Lubbuun Namaa Dhabame

Wal-dhibdee Waa’ee Ijaarsa Manneen Jireenyaa Irraa Jiraattotaa fi Humnoota Mootummaa Gidduutti Walitti-bu’insa Uumameen Lubbuun Namaa Dhabame

WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Naannoo Finfinnee bakka Nifaas Silk Laaftoo jedhamu keessa kanneen jiraatan mootummaan mana nu irratti diiguuf humnoota isaa nutti bobbaase jechuun himata. Himannaa dhaaf gara qaama mootummaatti uummati imalee utuu jiruu jala deebi’uu dhaan mana isaa irratti dhiiguu jalqaban jedhu jiraattonni kun. Mana kana hanga waggoota 40 fi isaa oliif […]

Humsn Rights Plantations Investigation Human Rights Oromo Protesters - security forces

Dispatches: Ethiopia Ascends to UN Security Council Despite Dismal Rights Record

Credible Investigation Needed Into Deaths of Protesters By Felix Horne, Researcher, Horn of Africa Ethiopia has a horrendous human rights record – but that didn’t stop its election this week to the United Nations Security Council as a non-permanent member. It’s worth noting too that Ethiopia – implicated in the deaths of hundreds of peaceful protesters […]

13501911_1093277794080865_3709641800127241379_n

#OromoProtests, June 29, 2016

‪#‎Oromoprotests‬ Oduu Gammachisaa godina arsii lixa magalaa dodolaa guyyaa har’aa 29/06/2016 akkuma ganama waada seennee ammas kunoo dubbii gammachuutiin deebine. Obbo BAKAR SHAALEE nama dhiigaa ilmaan oromoo guutuu biyyaatti dhangalaasisee fi Lubbuu deebii hin qabne ficcisiisa turee hardha Dodola dhufee jaarsolee fi ummata hubannoo guddaa hin qabne dirqiidhaan aanaalee akka Kokosaaa, Nansaboo, Adaabbaa, Asaasaa, kofalee […]

Qabsoo bilisummaa afaan Oromoo: Waligayii marii afaan fi aadaa Oromoo irratti barruu dhiyaate

Qabsoo bilisummaa afaan Oromoo: Waligayii marii afaan fi aadaa Oromoo irratti barruu dhiyaate

*Malkamuu Jaatee, Jarmanii, Frankfurt, Waxabajjii 11 bara 2016 “The future depends on what you do today (Mahatma Gandhi).” Bori hin beekne, qodaan bukoo ishee lama. Seensa Biyya lafaa kana kessatti afaan gosoota gara 7097 kessaa 32.4% Asiyaa fi 30.1% Afrikaa kessatti dubbatamu 4. Gosoota afaan yeroo ammaa biyya lafaa irratti dubbataman keessaa 50% dhuma jarraa […]

Ethiopia: it is time to stop the reign of terror of the Liyu Police

Ethiopia: it is time to stop the reign of terror of the Liyu Police

By Ali Mohamed (The Hill) — A U.S. financed para-military force known as the Liyu police are terrorizing the civilian population in the eastern Ethiopian Somali region without impunity. Three weeks ago, out of the gaze of the international media, the Liyu (Amharic for “First”) police slaughtered more than 40 villagers including women and children in Jama Dubad, a […]

13516575_1740956262848428_3678789068440429920_n

#OromoProtests, June 28, 2016

Rabbiin rahmata haa godhuufi ‪#‎Jeneraal_Waaqoo_Guutoo‬ waggaa 25 dura gaafa biyya Soomaliyaa jiru akkana jechuun dhaamsa gaarii dabarsee ture. Inni jiraachuu baatuus dhaamsa, seenaafi gootummaan isaa dhalootaa waliin yoomiyyuu jiraata. Jalqaba Viidiyoo kana dhageffadha (caqasaa), itti aansuun eega ‘like’ gootan booda “Rabbiin rahmata haa godhuuf” jedhaa ‘comment’ barreessaa, eegasii immoo ”share” godhun dabarsaa. ‪#‎oromoprotests‬ Waxabajjii 28,2016) […]

Iyyii  Iyya Labsi

Iyyii  Iyya Labsi

Damee Boruu irraa Waraanni Wayyanee guyyaa hundaa Oromoota sammuu qaban adamsee ukkaamsuu, ajjeessuu fi mana hidhaati dararuu irraa darbee uummata Oromoo nagaa dhowwachuudhaan akka goolaa jiru gabaasaa Qeerroo hubachaa jirra. Keessattuu hammeenyi bartootaa Oromoo irra gahaa jiruu dhaga’uunu garaa nama hammeessa. Warri ukkamaman yaroo dhumasana akka ajjefaman mamii qabaachuu hin qabnu. Qotee bulaa, hojjetaa, barataa […]

Dr. Shannon Lee Smith

US and Eritrea reached behind door deal to water down COI recommendations

(dehai) — Understanding the gravity and magnitude of the COI recommendations to refer Eritrea to international court for the alleged crimes against humanity, Eritrean government has finally granted a visa to assistant secretary to African Affairs to visit Asmara and meet the president himself. The behind door deal is for eritrea to enter into a […]

Lecho Bati and Getachew Reda’s Performance on Al-Jazeera’s UpFront Program

Lecho Bati and Getachew Reda’s Performance on Al-Jazeera’s UpFront Program

By Seifu Adem Politics and teaching are different professions. In politics you can act; in teaching you perform. Questions are handled differently in politics and teaching. In politics you can answer questions if you have answers and think doing so will advance your policy or politics. But you dodge them if you don’t have the […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions