Archive | July, 2016

terfa_dibaba1

Condolence Messages for the Death of Obboo Tarfaa Dibaabaa

Ayyaantuu – we are deeply saddened by the loss of the father of Oromo Rielf Association (ORA), Tarfa Dibaba, whose life long dedication saved thousands of Oromo refugees in the Horn of Africa. We extend our deepest sympathies to the family of Tarfa and friends. May the soul of Tarfa be at peace! RIP A […]

Continue Reading 3
poverty

From Plenty to Poverty

Fayyeeraa N. Sobbooqsaa “Poverty is not an accident. Like slavery and Apartheid, it is man-made and can be removed by the actions of human beings.” ~ Nelson Mandela Do You Know an Oromo Culture  – ‘Garaacha Uffachuu?’  The purpose of writing this story is to leave behind some historical record about our cultures, traditions and […]

Continue Reading 0
Ethiopia: Anti-Tigrayan Revolt Spreads Across the Country

Ethiopia: Anti-Tigrayan Revolt Spreads Across the Country

By The Indian Ocean Newsletter, Barely had the insurrection in Gondar subsided than Ethiopia’s government found itself facing other brushfires. Everywhere, the same resentment is being voiced over the stranglehold of Tigrays on government. Only on July 17 did the Federal Police and Ethiopian army, employing tear gas and firing heavy weaponry, managed to crush […]

Continue Reading 4
13882673_906072916164456_2891670145043826445_n

#OromoProtests, July 31, 2016

(SBO/VOL – Adoolessa 31,2016) Adoolessa 30,2016 Humni Addaa WBO Godina Bahaa, halkan keessaa sa’aa 11:00tti magaalaa Harar bakka Shankoor jedhamutti waraana wayyaanee irratti dhukaasa baneen loltoota wayyaanee 3 ajjeesee, 4 madeessee jira. Adoolessa 28,2016 Humni Addaa WBO Godina Bahaa, Lixa Harargee Ona Ciroo bakka Dhagaa Cabsaa jedhamutti tika wayyaanee G/Tsaadiq W/Mikael jedhamu Bahaa fi Lixa […]

Continue Reading 0
0

TOKKUMMAAN HUMNA !!!!->->->HUMNA TOKKUMMAA !!!!

SEENAA  Y.G(2005) Qabasoon Walabummaa/Bilisummaa Oromoo sadarkaan irra jiru, akka kaleessaa kan hawwii qofaan guutamanii dubbatanii miti. Ilmaan Oromoo akka kaleessaa “Tokkummaan humna” jedhanii , adaraa waaqaa fi lafaa haa tokkomnu jedhanii yeroo itti wal kadhatan irra hin jirru. Bilisummaa fi injifannoo warra kaanii ilaallee, hinaaffaan atu nuutis akkas taanee jennee of nyaachuu irra hin jirru. […]

Continue Reading 1
OP

BEYOND “SUCH A BRUTAL CRACKDOWN”

“The suffering which falls to our lot in the course of nature, or by chance, or fate, does not seem so painful as suffering which is inflicted on us by the arbitrary will of another.” By: Yared Terfassa From reading a recent article by the well-seasoned historian, Dr. Mohammed Hassen, titled “… continuous attack on […]

Continue Reading 0
OP

Sochii Uummatni Oromoo itti jiru akka sochii Musiliimota Itoophiyaa sana dhaabbata moo ittifufee jijjiirama tokko fida?

Abdii Boruutiin Gaafii akka mata dureetti dhiyaate kanaaf deebii otuu hin barbaadin dura, garaagarummaa fi walfakkeenya sochiilee lamaanii kana hubachuun barbaachisaa dha. Walfakkeenya caalaa garaagarummaan waan heddoomuuf, mee dura walfakkeenya sochiilee kanaa gabaabumaan ilaalla. Walfakkeenya Musiliimonni kan gaafachaa turan mirgi amantii keenyaa nuu haa eegamu; mootummaan dhimma kana keessa seenee nuuf murteessuu ykn nurratti murteessuu […]

Continue Reading 0
13886925_528460660690494_4049632426161747981_n

#OromoProtests, July 30, 2016

#‎OromoProtests‬ intense protest underway in two towns of West Arsi, Edo Waqantera and Xiyo. People have kicked out the military from the town. Witnesses saw more reinfrocement arriving and regrouping outside the town. Three people have been shot and wounded so far. =========== Arsii Lixaa magaalota lama, jechuunis Edo Waqanxeeraffi Xiyyoo keessatti mormiin cimaan geggeeffamaa […]

Continue Reading 0
terfa_dibaba

Oduu Gaddisiisaa: Obbo Tarfaa Dibaabaa addunyaa kana irra boqote; Tarfa Dibaaba passed away

Obbo Tarfaa Dibaabaa, har’a Adoolessa 29, 2016, magaalaa Hamburg, Jarmanii, keessati addunyaa kana irraa dhukkubaan boqoochuu isaanii gadda guddaan isin beeksisna. Obbo Tarfaan, Amajjii 6, 1940 magaalaa Dambidoollo, Wallaga, Oromiyaa tti dhalatan. Obbo Tarfaan abbaa manaa Adde Arfaasee Gammadaa, abbaa Yared, Benjamin fi Talile, fi akaakayyuu Gilcha, Galan Hirtz-Dibaba, Hawani Yonas and Yadani Yonas turan. […]

Continue Reading 13
asxaa_oromo

Duulli Hammeenyaa Ummata Oromoo Irratti Jabeeffamaa Jiru, Xumurri Sirna Bittaa Alagaa Dhiyaachuu Mirkaneessa!

Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Qabsoon Ummanni Oromoo mirga abbaa biyyummaa, Bilisummaa fi Walabummaa isaatiif gaggeessaa jiru gulantaa murteessaa irra gahuu, haalli Oromiyaa keessaa sirriitti agarsiisa. Sochiin warraaqsaa ummanni Oromoo gaggeessaa jiru gootummaa, bilchina jaarmayaa fi tooftaan akkasumas Impaayerattii keessattis tahe naannawa Gaanfa Afrikaatti fakkeenya murteessaa tahuu ummata Oromoo dirreetti baasee agarsiiseera. Keessumaa dhaloonni haaraan Gabrummaan […]

Continue Reading 1
BoruB2014

Cinaa Qaama Keenyaa Oromoo Matakkal Haa yaadannu

Boruu Barraaqaatiin Kutaa 1ffaa Oromoonni Matakkal gosa Oromoo Maccaa jalatti beekamu. Kufaatii Dargii dura kutaa Gojjaam keessatti waamamuu turani. Yeroo ammaa ammoo Naannoo Bulchiinsa Beenishaangul jalatti bulaa jirani. Akka qorannoon seenaa manguddoota Oromoo naannoo kanaa irraa sassaabame ibsutti, akkaataan qubsuma ummata keneya kanaa bifa lama kan hordofe ture. Kan duraa gama Baha Wallaggaa irraan Dangab […]

Continue Reading 7
13669605_848867521880371_88336550058759683_n

#OromoProtests, July 29, 2016

‪#‎ODUU_GAMMACHIISAA‬ 29/7/2016 G/H/Lixaa aanaa ‪#‎Gammachiis‬arr.‪#‎burqaa_albudaa‬ ganda ittayyi keessatti basaastota ummata rakkisanij fi agaazii dura deemanij ummata qabsiisaa jiran irratti ‪#‎qeerroon‬ tarkaanfii qabeenya isaanii irratti fudhatee jira, obboleeyyan lama 1,af-yaa’ii Ahimad Usmaa’il fi Wardii Usmaa’il dhi.dubarti araddaa kan taate midhaan ooyruu isaa guutuu barbadeeffamee fi mana jireenyaa isiitis daaressanii jiru walduraa duuban!yoo gochasaanii hin dhiifne tarkaanfii […]

Continue Reading 3
Photo-A-household-next-to-the-smaller-pits-of-toxic-fluids-Sendafa-Landfill-768x576

Sendafa Landfill controversy: The farmers’ version of the story

 By Daniel Berhane (Horn Affairs) — In the past two weeks, the Sendafa Sanitary Landfill have become the talking point of Addis Ababa. It did not get as much attention even last September when it was inaugurated, touted as Addis Ababa’s “ambitious plan to transform its solid waste management, collection, and disposal systems” Sendafa Landfill […]

Continue Reading 2
13872742_1083286725097347_5371647247470670740_n

Tarkaanfii WBO Kibbaa

(SBO/VOL – Adoolessa 29,2016) —  Irree fi Gaachanni Ummata Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa Waraana Sirna Gabroomfattuu Mootummaa Wayyaanee Irratti Tarkaanfii Fudhateen Injifannoo Galmeessee Jira. Qabsoo of irratti hirkannoon bilisummaa ummata Oromoo mirkaneessuuf falmaa gochaa kan jiru WBOn, Adoolessa 28,2016 Godina Booranaa Ona Mooyyalee keessatti bakkoota adda addaatti tarkaanfilee waraana sirna gabroomfattuu wayyaanee irratti fudhateen loltoota […]

Continue Reading 1

Designed and Developed by NextGen IT Solutions