Archive | September, 2016

bontu_bekele

Update: Ethiopian police release Oromo leader Bekele Gerba’s daughter

(Africa Times) — Oromo rights activists said Friday that Bontu Bekele Gerba, daughter of the imprisoned Oromo political opposition leader in Ethiopia, had been released after security forces detained her in the town of Mojo. Independent Oromo journalist Mohammed Ademo, a former al Jazeera America columnist based in the United States, said the family’s lawyer confirmed the […]

bontu_bekele

#OromoProtest, September 30, 2016

Breaking: TPLF’s security agents reportedly abducted Bontu Bekele, daughter of the political prisoner Bekele Gerba, in Mojo town, Lome district this later afternoon. https://t.co/rm7rPUoHMG TPLF security reportedly abducted Bontu Bekele, daughter of the political prisoner Bekele Gerba, in Mojo town, Lome district today. Via Dhábasá Gemelal ODUU AMMA NU GAHE/ BREAKING NEWS: Shamarree Boontuu Baqqalaa Sababa […]

p049kqpj

American broadcasts to Ethiopia jammed

(BBC News) — Broadcasts to Ethiopia by the US government’s Voice of America (VOA) radio are being jammed once again. The deliberate interference seems to have resumed in August, coinciding with a period of violent anti-government protests by the country’s two main ethnic groups. Programme boost VOA broadcasts via shortwave in Amharic, Ethiopia’s national official […]

76eca900-3809-4b46-8f06-d90e9d991532_w987_r1_s

Ayyaana Irreechaa Bishooftuutti Qophaa’ee fi Falmii Uumame

WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Dilbata Onkolooleessa 2 bara 2016 magaalaa Bushooftuu keessatti kan kabajamu ayyaana Irrechaa mootummaan naannoo Oromiyaa siyaasa isaa tarkaanfachisuuf itti gargaaramaa jira jechuun Kongrasiin Federaala Oromoo himatee jira. Abbootii Gadaa dura qabuun karaa harka jalaan hojjatu haala ajjechaa hidhaa fi dorsiisa Oromiyaa keessaa aguuguuf fiigichaa fi qohilee sirbaa itti dabalanii qindeessaa […]

security

Gulf of Aden Security Review – September 30, 2016

Source: criticalthreats.org Yemen: ISIS assassinates security officer in al Mansoura district, Aden city; U.S. airstrike targets AQAP militants in Rada’a district, al Bayda governorate; Saudi-led coalition airstrikes target al Houthi-Saleh leadership in Razah district; protests continue in al Mansoura district, Aden city; al Houthi-Saleh forces announce missile developed in Yemen Horn of Africa: Somali Federal […]

ireecha-2015

Irreecha – The Colors, The Identity and the Pride of Oromo Nation

(Addis Standard) — The Oromo nation is East Africa’s largest ethnic group for its cultural, spiritual and social values. In Ethiopia, home to the majority of East African Oromo, the main celebration of Irreecha in  October coincides with the end of the summer rainy season. In a ceremony held every year at Hora Harsadii (Lake […]

iowo

Waamicha Harmee Oromiyaa Irraa!

Waamicha Harmee Oromiyaa Irraa Dubartoota Oromo DMV Jiran Maraaf: Haadhoti ijoollee Oromoo fi Oromiyaan dhiiga boohaa nuu birmadhaa jeechaa jiru. Deebiin keenya maal tahuu akka qabu waliin mari’achuuf,             Guyyaa:  Sanbata, Onkoloolessa/October 08, 2016                        Sa’aatii: 2:00 Waaree Booda/PM              Bakki: Waajjira Hawassa Oromoo Washington, DC ti (Oromo Community Organization – OCO)            […]

449ccacd-f58b-4761-8013-ddea3d4ea4ef_cx2_cy2_cw96_w987_r1_s_r1

Hiriira mormii hawaasii Oromoo Amerikaa magalaaa Washington DC-tti Qopheesse Irratti Nama Hedduutti Bahe

Soraa Halakee irraa (VOA Afaan Oromoo) — Galma Walgahii Kongireesii Amerikaa, Capitol Hill jalqabanii,karaa guddaa DC keessa wadhakkaa bahu,Pennsylvania Ave gulaa yaahanii, Constitution Ave jedhaniin qaxxaamurani karaa gugurdaa irraa yaahaa, Minsitirii Haajaa Alaa Amerikaatti dabaranii,Baankii Addunyaa gahahanii bulchiinsa mootummaa Amerikaa, White House deebihanii rakkoo Oromoo irra gahuutti jiru jedhan himatan. Hawaasa Oromoo Amerikaa fi Kanaadaa […]

14433052_1160550307373117_5645120094885909810_n

LAMMIITU LAMMIIF DIRMATA, OROMOON WAL MALEE MAAL QABA!

By Saphaloo Kadiir Mucaa suuraa isaa argitan kun ‘Yohaannis Girmaa’ jedhama. Dhaloonni isaa Wallagaa Lixaa, Aanaa Mana Sibuu magaalaa Mandiiti. Gaafa hiriira guddiicha guutuu Oromiyaa hagayya 6, 2016 akkuma Oromoota biraa nagayaan irratti hirmaatee rasaasa waraana agaaziin laphee isaa jala mana sombaa irra rukutamee madaa’e. Isaa dhawamee ciisuu ijoolleen ba’atani gara hospiitalaatti yoo geessuuf fiigan ammaas […]

beyene_senbato

#OromoProtests, September 29, 2016

#OromoProtests-The message of Qubee generation from Western Oromia is clear: Oromo self-determination is the solution!! =========================== Ergaan dhaloota Qubee godina Qeellam Wallaggaa aanaa Anfilloo magaalaa Ashii kun ifaa dha: Gaaffiin Oromoo hiree ofii ofiin murteeffannaa dha. Kanaaf, “kana booddee ABOn nu haa bulchu” jechaa jiran. Via Dhábasá Gemelal Gabaasi Amma Bishoofturra nu dhaqqabe akka ibsutti Dura […]

Senator Patrick Leahy (D-VT)

Statement of Senator Patrick Leahy on Recent Events in Ethiopia

Statement of Senator Patrick Leahy (D-Vt) On Recent Events in Ethiopia Congressional record September 27, 2016 Source: Leahy-Senate.gov MR. LEAHY. Mr. President, I want to bring the Senate’s attention to the Ethiopian government’s brutal crackdown on protestors over the past nine months. According to Human Rights Watch, more than 500 people have been killed by […]

Ethnic Oromos from Mogor town, West Shewa Zone, participating in the nationwide protest on August 6, 2016

Ethiopia: Assessment of government stability amid ongoing protests

(Risk Advisory | Security Intelligence & Analysis Service) — The Ethiopian government is looking increasingly unstable, and the security environment in Ethiopia is looking more dangerous. Opposition protests over the past few months have been larger and more frequent than any in Ethiopia since the end of the civil war. The ethnic nature of these protest movements […]

DIRRIBEE GADAA BEEKTUU? –Qabsooftuu Qarree Oromoo!!

DIRRIBEE GADAA BEEKTUU? – Qabsooftuu Qarree Oromoo!!

By Beekan Gulummaa Irranaa Dirribee Gadaa jedhamti. Biyya Janaraal Taaddasaa Birruu shawaa Kaabaa Salaalaaeetti dhalattee guddatte. Akkuma qarree Oromoo kamiitti gidiraa garbummaa keessaa teessee barnootashee hanga tokko hordofaa turte. Ba’aan garbummaa gootonni ishee dura turan itti kufan lafaa kaastee aartii harkashee jiruun finiinsaa turteetti. Geerarteetti, dhiichisteetti, saba rafe daddamaqsiteetti, qeerroofi qarree oonnachiisteetti. (You tube, maqaasheen seenaa, […]

Designed and Developed by NextGen IT Solutions